Dooktar Abiy Ahimad, qooda Dhaabbanni ‘CCCC’ magaaloota Itiyoophiyaa ammayyeessuu keessatti bahachaa jiru dinqisiifatan

Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad turtii isaanii Beejingitti taasiisaa jiraniin marii dhaabbata Ijaarsaa fi Kominikeeshinii Chaayinaa waliin baatii muraasa dura eegalame har’a itti fufaniiru.

Dhaabbanni CCCC magaaloota Itiyoophiyaa ammayyeessuu keessatti qooda bahachaa jiru dinqisiifataniiru.

Chaayinaa dabalatee daawwattoota biyya alaa bal’inaan hawwachuuf karoora jiru dhugoomsuuf Tajaajilooat Hoteelaa, Buufataalee Xiyyaaraa fi kanneen biroo babal’isuu keessatti Dhaabbanni ‘CCCC ‘ qooda ijoo bahachaa jiraachuu eeraniiru.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment