Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Singaappoor Taarmaan Shimugaartanam waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, Pireezidaanti Taarmaan Shimugaartanam waliin dhimmootaasiyaasaa, diinagdee fi hawaasummaarratti mari’ataniiru.
Hariiroo gamlamee fi dameewwan walta’iinsaa haaraa cimsuufis waliigalteerra ga’uu dubbataniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii https://www.facebook.com/afaanoromoofana
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.