Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ittaanaa Kuubaa waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ittaanaa Kuubaa Salvaadoor Vaaldeez waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin biyyoonni lameen walta’iinsa damee Fayyaan, Tajaajila Tuuriizimii, Barnootaa fi misooma Indaastirii Sukkaraa cimsuun akkataa danda’amurratti mari’achuu ragaan waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.

Pireezidaantiin Ittaanaa Kuubaa Salvaadoor Vaaldeez daawwannaa hojii Ityoophiyaatti taasisaa jiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment