Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Amaanu’eel Maakiroon waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Amaanu’eel Maakiroon waliin mari’ataniiru.

Dooktar Abiy Ahimad, Yaa’ii “Compact With Africa” Jarmanitti gaggeefame cinaatti Pireezidaanti Faransaay Amanu’el Maakroon waliin mari’achuu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

“Hariiroo cimaa qabnutti dabalataan walta’iinsi keenyaa damee hedduu bu’uura fedhii misooma waaraa fi wal amantaa waloorratti kan bu’uureffameedha” jedhaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment