Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma alaa Deenmaarki Laars Raasmaseen waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy, biyyoonni lameen hariiroo baroota dheeraa walta’iinsa caaluuf bu’uura cimaa ta’e kan qaban ta’uu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Dhimmoota gamlamee fi damee hedduu biyyoota lameeniirratti marii bu’aa qabeessa taasisuu himaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.