Dooktar Abiy Ahimad Mana Maree Ministirootaa waliin raawwii hojii kurmaana jalqabaa gamaaggamuu eegalan

Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mana Maree Ministirootaa waliin raawwii hojii kurmaana jalqabaa bara 2016 gamaaggamuu eegalaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment