Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Paarkii Samaraa eebbisiisuun banaa taasisaaniiru.
Ijaarsi marsaa jalqabaa paarkichaa lafa hektaaraa 50 kan qubatee yoo ta’u, keessoosaatti sheedoota oomisha 8 lafa kaaree meetira kuma 5 fi 500 qabataniiru.
Paarkii indaastirichaaf bu’uraaleen misoomaa oomishaa indaastiriif barbaachisaan guutameefira.
Alaazaar Taaddalaau gabaase
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.