Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) –Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota paartiilee siyaasa filannoon biyyoolessaa marsaa 6ffaa nagaan akka xumuramuuf shooraa isaanii ba’ataan galateeffataniiru.
Dooktar Abiy fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti deemokiirasii keenya jalqabarraa jiru cimsuuf gufuuwwanii fi hanqinoota adeemsa filannoo keessatti mudaataan gamaggamuun maal irra akka barataan irratti mari’achuu ibsaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.