Finfinnee, Guraandhala 19, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hawaasa naannolee Somaalee, Afaar, Hararii, Gaambeellaa, Beenishaangul Gumuzii fi Magaalaa Dirree Dhawaa waliin mari’ataniiru.
Mariin isaaniis dhimmoota biyyaalessaa garaagaraa, dhimmoota misoomaa, nagaa fi tasgabbii irratti kan xiyyeeffate ta’uu Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.