Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad haleellaa Pireezidaantii duraanii Doonaaldi Tiraampi irratti aggaamametti hedduu gadduu ibsan.
Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin Pireezidaantii Duraanii Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi miidhaa irra ga’e guutummaatti akka dandamatan hawwii gaarii qaban ibsaniiru.
Ummata Ameerikaafis adeemsi filannoo nagaa fi diimookiraatawaa akka ta’uuf hawwaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.