Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Wal’aansaa Istirookii fi Niwurooloojii Aksoon daawwataniiru.
Giddugalichi dhabimtoota dhibee Istirookii fi Niwurooloojii sadarkaa yaaddessaarraa jiran teeknooloojii ammayyaan deeggaramuun tajaajila wa’aansaa kan kennu ta’uu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.