Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Leenjii Komaaandoo fi Humna Qilleensaa Bilaattee Komaandoowwan leenji’aa tura eebbisiisaa jiru

Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Leenjii Komaaandoo fi Humna Qilleensaa Bilaatteetti Komaandoowwan leenjii cimaa fi haala rakkisaa darbuu danda’an leenji’aa turan eebbisiisaa jiru.

Eebbifamtoonni kunneen ogummaa leenjiin argatan agarsiisaan muul’isaniiru.

Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Tiyaatira Amfii giddugala leenjii kana keessatti ijaarame, daawwattoota hedduu keessummeessuu danda’u ifatti banuun, biqiltuu dhaabaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment