Dooktar Abiy Ahimad Eejensii Sadarkaalee Ityoophiyaa daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Eejensii Sadarkaalee Ityoophiyaadaawwataniiru.

Dooktar Abiy Eejensii Sadarkaalee Ityoophiyaatiin qonnaa magaalaa guddisuuf mooraa haaraa keessaatti hojiiwwan hojjetamaa jiran daawwataniiru.

Muuxannoo Eejensichaatti dhaabbileen biroo fi  maatiin yoo itti fayyadamaan qonnaa magaalaatin wabii nyaata mirkaneessuuf kan gargaruu ta’uu Dooktar Abiy fuula Feesbuukii isaaniitin ibsaniiru.

Dabalataanis jiraattoonni magaalaa gariin ofiisaanii of nyaachisuu qabu jedhaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment