Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa simatan

Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jila Dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammati Mandara ikkoo Tuuriizimii Wancii-Dandiitti simannaa taasisan.

Muusaa Faakii Mahaammat dabalatee Barreessaa Olaanaa Dhaabbataa Misooma Mootummoota Baha Afrikaa Warqinaa Gabayyoo fi dippiloomaatonni biroo simataniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment