Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad boruu manneen hojii mootummaa banaa akka ta’aan ibsaniiru.
Dooktar Abiy Fuula Twiitara isaaniitin akka ibsanitti sababa filannoof wiixata darbee manneen hojii mootummaa cufaa turan boruu banaa ta’uun tajaajila ni laatuu jedhaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.