Dooktar Abiy Ahimad atileet Lattasanbat Gidaay medaaliyaa Ityoophiyaaf argamsiisuusheef baga gammaddan jedhan

Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad atileet Lattasanbat Gidaay medaaliyaa Ityoophiyaaf argamsiisuusheef baga gammaddan jedhaniiru.

Dooktar Abiy fuula feesbuukiisaaniin akka ibsanitti, Olompikii Tookiyoo irratti fiigicha meetira 10,000 dubartootaan atileet Lattasanbat Gidaay medaaliyaa argachuusheetin baga gammanne jedhaniiru.

Dorgoomtoota  dhiiroota hafaniif carraa gaariin hawwa jedhan.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment