Dooktar Abiy Afrikaanoota wayita rakkoo Ityoophiyaa cinaa dhaabbatan galateeffatan

Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Afrikaanoota wayita rakkoo Ityoophiyaa cinaa dhaabbatan hunda galateeffataniiru.

Obboleeyyaan, Obbolleettiiwan, Hoggantootaa fi hayyoota Afrikaa wayita rakkoo Ityoophiyaa cinaa dhhabbattan hundaaf galanni koo guddaadha jedhaan Dooktar Abiy Fuula Tiwiitarii isaaniin.

Akkuma Ityoophiyaan qabsoo seenaa qabeessa garaagaraa keessatti kanneen biroo cinaa dhaabbatte, rakkoo yeroo ammaa ishee muudateef tumsi keessan murteessadha jedhan.

Afrikaan tokkummaan ni moo’atti jechuun ergaa isaanii dabarsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment