Dooktar Abiy Afaaritti Misoomaa fi Oomisha Albuudaa Beentooniittee daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Afaar Aanaa Warsassootti misoomaa fi oomisha albuudaa Beentooniittee daawwataniiru.

Qabeenyi Albuudaa kunis oomisha seeraamikii fi halluuf kan oolu, qabeenya albuudaa ajaabsiisaa fi biyyee suphee faayidaa hedduuf oolu ta’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment