Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Diyaaspooroonni Paarkiiwwan Boolee Lammii fi Qiliinxoo akkasumas Paarkii IST daawwataa jiru.
Sagantaan daawwannichaatin diyaaspooraawwan Ityoophiyaa keessaatti filannoowwan inveestimantii daawwachuuf ta’u ibsameera.
Indaastiriin Paarkiiwwan Misoomaa Korporeeshinii daawwannaa qophaa’ee kanaan, diyaaspooraawwan sirnaa fi gabaa waliigala indaastirii paarkiiwwanii gaafachuun qorannoo gaggeessuurratti argamu.
Zamaan Bayyanaatu gabaase
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.