Diyaaspooronni Paarkii Indaastirii Adaamaa daawwatan

Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Lammiileen diyaaspooraa waamicha Muummee Ministiraa Abiy Ahimad fudhachuun gara biyya galan paarkii Industirii Adaamaa daawwataniiru.

Paarkiin Industirii Adaamaa lafa heektara 120 irratti kan ijaaramee fi bu’awwan oomisha dheedhii biyya keessaa fayyaadamuun maashinota fi uffataalee garaa garaa oomishuun alatti erga.

Paarkiin Indaastirii kun lammiileen Kuma dhibba 8 fi kuma 50f carraa hojii uumuu ibsamera.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment