Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Lammiilee Ityoophiyaa fi Ityoophiyooninni Fiinlaand jiraataan lammiilee sababa garee shororkeessaa ABUT’tiin miidhaan irra ga’ee dandamachiisuuf deeggarsa Birrii miiliyoona 1.1 o taasisaniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa fi Ityoophiyoonoota Fiinlaand bakka bu’uun deeggarsicha kan laataan Dooktar Tigiist Charrinaat akka himanitti, lammiilee naannoo Amaaraatti waraanaan miidhaa irraa ga’ee deebisanii dhaabuuf kan ooluu ta’uu himaniiru.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.