Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Diyaaspoorawwan waamicha Ityoophiyaan taasifteef fudhachuun gara biyyaa dhufaan godina Jimmaatti hojiiwwan misooma fi inveestimantii adda adda daawwataniiru.
Diyaaspooraawwan kunneen kilaastara Qamadii Meexxiitti argamuun oomisha daawwachuu isaaniitti akka gammadan ibsuun, imalli biyyi keenya gara badhaadhinaatti eegalte milkiin fuulduratti tarkaanfataa akka jiruuf kun agarsiiftuu guddaadha jedhaniiru.
Godinni Jimmaa hojii misooma addaa addaatiif xiyyeeffannoo kennitee hojjataa akka jirtu kan ibsan ammoo Itti Aanaan Bulchaa Godina Jimmaa Obbo Yusuuf Shaarooti.
Miseensonni diyaaspooraa waamicha biyyaa kabajuun dhufan Aanaa Saqqaa Coqorsaatti argamuun fincaa’a Saqqaa daawwatan.
Warqaferaaw Yaalewtu gabaase
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.