Dirre Dhawaatti dhaabbilee Amantaaleef maaddiin qoodame

Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Dirre Dhawaa Obbo Kadir Jawaar Qaammee 3 guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun dhaabbilee Amantaaleef horii qalmaa gumaachaniiru.

Deeggarsi kun abbootii qabeenyaa fi dhaabbilee tola ooltootaa magaalichaarraa kan argame ta’uu ragaan Biiroo Kominikeeshinii magaalaa Dirre Dhawaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment