Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa Dippiloomaatoof leenjii kennuu eegaleera.
Leenjichi guyyoota 10f itti fufiinsaan kan laatamu yoo ta’u, dhimmoota idil addunyaa, naannawaa fi waqtaawaarratti ni laatama jedhame.
Dippiloomaatoonni yeroo hunda waamicha kamiifuu qophii ta’uu akka qaban Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin dubbataniiru.
Ityoophiyaatti hojiileen jijjiirramaa hedduun hojjetamuu fi jijjiiramichaan bu’aawwan garaagaraa galmaa’uu ibsaniiru.
Qormaatilee fi gufuuwaan jijjiirramicha muudachaa jiru ilaalchisees ibsa taasiisaniiru.
Afawarq Iyyaayyuu fi Barnabaas Tasfaayeetu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.