Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT tooftaa waraanaa filateen kisaaraa guddaan irra gahaa jiraachuu daayrektooreetiin hariiroo uummataa raayyaa ittisa biyyaa beeksiseera.
Daayrektoorichi ibsa laateen diinni tooftaa waraanaa filateen kisaaraa guddaan irra gahaa jira.
Gareen kun uummata naannoo naannoo Tigraay daa’immaan hanga maanguddootaatti weeraraaf kakaasuun gamaa Walloo Warsaa fi Cifraatti bobbaaseera.
Garichi abjuu biyya diiguusatiin oomisha qonnaan bulaa haamuun of olchuu fi qabeenyaa saamuun akkasumas barbadeessaa jira.
Naannoo adda addaatti qaamoleen nageenyaa aarsaa kaffaluu fi deeggarsi hawaasa cimee kan itti fufeera.
Lootee seentoonni garichaa 17 gara Dassee fi Kombolchaa seenaan to’annaa jala oolaniiru.
Diinicha dargaggoonni naannoo Amaaraa fi Affaar raayyaa ittisa waliin humnota addaa fi milishoonni adda waraanaatti ittisa jiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.