Diinagdee biyyaa keessa bu’aa qabeessa taasisuuf waliigaltee sanadaa mallatteeffame

Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Diinagdee biyyaa keessa bu’aa qabeessa taasisuuf waliigaltee sanadaa mallatteessuu Ministeerrii Mallaqaa beeksise.
Ministeerrii Mallaqaa diinagdee biyyaa keessaa bu’aa qabeessa taasisuu fi hordofuuf jecha dhaabbataa Qorannoo Imammataa waliin walii galtee mallatteessuu beeksise.
Waliigaltichaanis dhaabbanni Qorannoo Imamataa raawwii diinaagdee biyyaa keessaa haala itti foyyeessuu danda’amuu irratti qorannoo akka taasisuufi dabalataanis hordooffiifi gamaaggama ni taasisaa jedhameera.
Akkasumas hanqina fi cimina diinagdee biyyaa keessatti odeeffannoo waqtaawaa akka jiraatuufis dhaabbatichaan akka hojjetamuu ibsameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment