Diinagdee biyyaa guddisuuf damee qonnaatiin dubartoonni hirmaachuu akka qaban eerame

Finfinnee, Eebila  18, 2014 (FBC) – Nyaataan of danda’uu fi diinagdee biyyaa guddisuuf damee qonnaatiin dubartoonni hirmaachuu akka qaban eerameera.

Agarsiisni qorannoo waldaa oomishtoota Abaaboo fi al ergiin qophaa’ee sadarkaa biyyooleessaan maagaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Qaamoleen saganticharratti hirmaataan, Nyaataan of danda’uu fi diinagdee biyyaa guddisuuf damee qonnaatiin dubartoonni hirmaachuu akka qaban eeraniiru.

Qiddist Abaatatu gabaase

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment