Dhimmoota haala yeroorratti bakka buutoota waldaalee siiviikii waliin mariin gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) – Dhimmoota haala yeroorratti bakka buutoota waldaalee siiviikii waliin mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Mariin kun Finfinnee Hooteela Ililliitti gaggeeffamaa jiraachuu himameera.
Dubbii himaan yaa’iinsa ragaa labsii yeroo ariifachiisaa ambaasaaddar Reedwaan Huseen bakka buutoota kanneeniif ibsa laataa jiru.
Salamaawiiti Kaasatu gabaase.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Comments (0)
Add Comment