Dhiibbaa odeeffannoon sobaa dippiloomaasii Ityoophiyaarraan ga’ee fi furmaata isaa Mata duree jedhuun mariin gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitii Baahirdaaritti mata duree “Dhiibbaa odeeffannoon sobaa dippiloomaasii Ityoophiyaarraan ga’ee fi furmaata isaa” jedhuun mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.

Waltajjii marichaarratti Dubbi himaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftii dabalatee hoggantoonni olaanoon argamaniiru.

Waltajjichaan sosochii ni ga’a dabalatee dhimmoota dippiloomaasii ammayyaa Ityoophiyaa, dippiloomaasii Ityoophiyaa yeroo waraanaa, miidiyaalee biyyoota lixaa fi Afrikaa jedhan irratti  mari’atamu ta’uu AMKn gabaaseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment