Dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa hir’isuuf Yuuroo biiliyoonni 18 ramadame

Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC)- Koomishiniin Awurooppaa fi Baankiin Invastimantii Awurooppaa dhiibbaa jijjiirama qilleensaa hir’isuu fi diinagdee itti fufiinsa qabu mirkaneessuuf Yuuroo biiliyoona 18 ramaduu beeksisaniiru.

Beenyaan kun biyyoota michuu Awurooppaa addunyaa maraaf filmaata dhiyeessii anniisaa faalama hinqabnee waliin gahuuf, dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa hir’isuu fi gammoojjummaa ittisuuf kan oolu ta’uu ragaan Komishiniin Gamtaa Awurooppaa irraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment