Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) – Dhalattoonni naannoo Tigraay Finfinnee keessa jiraatan garee shororkeessaa ABUT balaaleffachuu itti fufuu qabu jedhan Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee.
Jiraattoonni kunneen garicha balaaleffachuun isaanii kan jajjabeeffamuu qabuudha jedhan.
Birmadummaa fi kabaja Ityoophiyaaf jiraattoonni kunneen sagaleen dhageessisan nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa mirkaneessuuf hojii hojjetamaa jiruuf tumsa qabaachuu agarsiisa jedhan Fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.