Dhaabbileen teeknooloojii Itiyoophiyaa agarsiisa teeknooloojii idil addunyaa Dubaay irratti hirmaachaa jiru

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Dhaabbileen teeknooloojii Itiyoophiyaa hojii daldalaa alaa biyya keessatti hojjechaa jiran agarsiisa teeknooloojii idil-addunyaa Dubaay irratti hirmaachaa jiraachuu ibsameera.

Dhaabbiileen teessoo isaanii Finfinnee taasiisuun Daldalaa Alaa biyyaa keessatti hojjechaa jiran ,Afrikaa Teeknooloojji ,I-Teek Teeknooloojji fi MM CY Teek agarsiisicharratti hirmaachaa jiraachuun ibsameera.

Waltajjichaarrati Itiyoophiyaan hojiilee biyya Alaa biyyaa keessatti hojjechuuf Humna qabdu beeksiisuufi hojiilee garaa Itiyoophiyaa fiduuf carraa gaarii kan uumu ta’uu eerameera.

Agarsiisacharrati dhaabbiileen Teeknooloojii kumni 6 ol fi hirmaatoonni jalqaba kumni 1 fi 800 ni hirmaatuu jedhamuu ragaan Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojirra argame ni mul’isa.

Namoonni miiliyoonni 1 agarsiisicha ni daawwatuun eegama jedhame.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment