Dhaabbileen qabeenyii fi herreegni baankii isaanii ittifame qaama daldalaa fi gochaa yakka ABUT kan ta’an qofa

Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Dhaabbileen qabeenyii fi herreegni baankii isaanii ittifame qaama daldalaa fi gochaa yakka ABUT kan ta’an qofa.
Qulqulleessaan Ragaa Yeroo Labsii Ariifachiisaa qabeenyaa fi herreega baankii ABUT ittifamerratti ibsa baasen, kan hirmaattota yakkaa malee kan qaamolee kaanii hin ittifamne jedheera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Comments (0)
Add Comment