Dhaabbileen mootummaa fi dhuunfaa projaktii “maaddii biyyaaf’’ galii taasisan

Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Dhaabbileen mootummaa fi dhuunfaa projaktii “maaddii biyyaaf’’ nagaheen erguun maallaqa waadaa galan galii taasisaniiru.
Haaluma kanaan;
Baankii Daldala Ityoophiyaa fi Haawasni Baankichaa – Birrii biiliyoona 1.1
Baankii Misooma Ityoophiyaa – Birrii miiliyoona 90
Hawaasni Ministeera Barnoota Olaanoo fi Saayinsii – Birrii miiliyoona 5
Dhaabbanni Madin Ityoophiyaa – Birrii miiliyoona 15
Mohaa PLC – Birrii miiliyoona 10
Avoon Indastiriis PLC – Birrii miiliyoona 5
Tireediingii Intarnaashinaalii Laayansi – Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata Liqii Fi Qusannaa Amaaraa – Birrii miiliyoona 20
Paartinaarsii ABH – Birrii miiliyoona 10
Manni Mare Bulchiinsa Naannoo Beenishaanguul Gumuuz – Birrii miiliyoona 5
Staar Biizinaas Gruup – Birrii miiliyoona 10
Koorporeeshinii Misooma Paarkoota Indaastirrii – Birrii miiliyoona 10
Koorporeeshinii Misooma Paarkoota Indaastirrii fi Hojjettoota – Birrii miiliyoona 5.2 galii taasisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment