Dhaabbileen Itiyoophiyaa Argisiisaa Alergee fi Fichisiisaa Chaayinaarratti hirmaachaa jiru

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)-Dhaabbileen Alergitoota Itiyoophiyaa Argisiisaa Alergee fi Fichisiisaa Idil Addunyaa Chaayinaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiru.

Argisiisa Magaalaa Shaangaayitti gaggeeffamaa jiru irratti oomishaaleen Itiyoophiyaa gara alaatti ergaman beeksifamaa jiraachuu ragaan Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Argisiisichi, hirmaattota biyyoota garaagaraarraa dhufanii fi dhaabbilee waamamtootaa daldalaa fi hoggantoonni waldaaldee Chaayinaa daawwataniiru.

Argisiisichaan cinatti waltajjiiwwan beeksisaa gaggeeffaman irratti carraalee invastimantii Itiyoophiyaa, oomishaalee alergee fi bakkeewwan tuuriizimii beeksiifamuun eerameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment