Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Dhaabbileen garaagaraa lammiilee buqqa’anii fi waraanaan miidhamuun magaalaa Axaayyee fi naannawaasheetti argamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5.4 taasisaniiru.
Cheeshayaar Ityoophiyaa bulchiinsa magaalaa Axaayyee fi naannawaasheetti lammiilee qaama miidhamtootaa deeggarsa akaakuu fi maallaqaa Birrii 4.4 taasiseera.
Haaluma wal fakkatuun Biiroon Dhimma Dubartoota, Daa’immaanii fi Dargaggoo Gaambeellaa lammiilee godina Shawaa Kaabaa bulchiinsa magaalaa Shawaa Raoobiitiitti miidhaan irra ga’eef deeggarsa meeshaalee garaagaraa fi maallaqaa Birrii miiliyoona 1 ol taasiseera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna