Dhaabbileen barnoota olaanoo hedduun guyyaa har’aa barattoota isaanii eebbisisaniiru

Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Dhaabbileen barnoota olaanoo hedduun guyyaa har’aa barattoota isaanii eebbisisaniiru.
Yuunivarsiitiin Arbaa Miinci Koollejjin Yaalaa fi Saayinsii Fayyaa marsaa sadaffaaf leenjisaa kan ture Dooktoroota yaalaa 87 eebbisiiseera.
Kanneen eebbifaman keessaa 32 dubartoota.
Oduudhuma walfakkatuun, Yuunivarsiitiin Walloo gosa barnootaa garagaraan digirii jalqabaa fi lammaaffaan leenjisaa kan ture barattoota kuma 4 fi 200 eebbisiiseera.
Haaluma walfakkaatuun Yuunivarsiitiin Hawaasaa baratoota oogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 6 fi 263 eebbisiise keessaa barattoonni kuma 2 fi 144 dubartoota.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment