Dhaabbileen Barnoota Olaanoo Barattoota Isaanii Ebbisiisan

Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) – Yuunivarsiitiin Asoosaa Fi Maqdallaa Ambaa Barattoota Damee Gara Garaan Barnoota Isaanii Hordofaa Turan Guyyaa Har’aa Eebbisiiseera.
Yuunivarsiitiin Asoosaa Marsaa 7ffaa Barattoota Kuma 2 Fi 182 Guyyaa Har’aa kan Ebbisiise Yoo Ta’u, Kanneen Keessaa 33.5% Kan Ta’an Barattoota Shamarraniiti.
Haaluma Walfakkatuun, Yuunivarsiitiin Maqdallaa Ambaa Barattoota 344 Kan Eebbisiise Yoo Ta’u, Kanneen Keessaa 137 Barattoota Shamarranii Ta’uu Ibsameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment