Dhaabbilee marsaa torbaffaaf sagantaa “Maaddii biyyaaf” Birrii galii taasisaniifi nagahee erguun beeksisaniif Waajjirri Ministira Muummee galata dhiyeesse

Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Dhaabbilee marsaa torbaffaaf sagantaa “Maaddii biyyaaf” Birrii galii taasisaniifi nagahee erguun beeksisaniif Waajjirri Ministira Muummee galata dhiyeesseera.
Dhaabbileen galanni dhiyaateef kunneen;
Dhaabbata Tajaajila Loojistikii Geejjiba Galaana Ityoophiyaa Birrii miiliyoona 30
Ministeera Saayiinsii fi Barnootaa Olaanoo Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 30
Garee Invastimatii Meedirook Birrii miiliyoona 40
D.H.Gadaa fi Indaastirii Birrii miiliyoona 5
Dhaabbanni Maxxaansa Birahaanii fi Salaama Birrii miiliyoona 5
Ministeerri Geejjibaa fi Waajjirri Itti waamama isaa Birrii miiliyoona 35
Ityoo-Teelekoom Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 50 gumaachaniiru.
Dhaabbileen biroo hirmaataniis Birrii miiliyoona 5fi miiliyoona 10 gumachaa taasisan nagahee ittin baankiitti galchan kara dineforethiopia@pmo.gov.et akka galchan gaafatamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya
https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment