Dhaabbilee “Maaddiin Dhalootaaf” deeggarsa taasisan marsaa 16ffaan ifooman

Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Waamicha Pirojektii “Maadiin Dhalootaaf” taasifame simachuun dhaabbilee fi namoota dhuunfaa deeggarsa taasisaan marsaa 16ffaaf Waajjirri Muummee Ministira ifoomse.

Haaluma kanaan, Koorporeeshiniin Hojiilee Konistiraaksshinii Ityoophiyaa Birrii miiliyoona 30, Dhiyeessii Boba’aa Birrii miiliyoona 26 fi 822 fi 668, Intarpiraayiziin Mekiyaa Birrii miiliyoona 10, Geetuu Galataa Birrii miiliyoona 5, Koorporeeshinii Keemikaalaa Indaastirii Birrii miiliyoona 6 fi kuma 432 fi 335 deeggarsa taasisuu beeksiseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment