Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) –Bariin Biqiltuu dhaabuu eegalleerra, hanga galgalaatti itti fufna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a barii sagantaa Ashaaraa magariisaa eegalchiisaniiru.
Ummata biyyattii sagantaa Ashaaraa magariisaarratti hirmaachaa jiran hunda galateeffataniiru.
Har’i guyyaa gamtaan seenaa itti hojjennuudha jedhan.
Guyyaan har’aa nuuf salphaa fakkaatus dhimmichi hedduuf ulfaataa fi kan hin da’amneedha jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.