Finfinnee, Eebila 23, 2014 (FBC) – Dhaabbii Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf Qaawwaa eegalee gosti biqiltuu garaagaaraa qophaa’aa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.
Biqiltuun hunda galeessi, ijaarsaaf oolu, boba’aa, nyaataa fi tajaajila uffataaf oolu qophaa’aa jiraachuu Fuula Miidiyaa hawaasummaa isaaniin eeraniiru.
Dhaabbii kanaan indaastiriiwwan xixiqqaa fi gurguddaa uumuuf itti fayyadamuu dandeenya jedhan.
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.