Dhaabbata dhiyeessaa tajaajila Loojistikii Dubaay Diippii Warlid waliin hojjechuuf waliigalleerra- Daagmaawiit Mogas

Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagmaawiit Mogas dura taa’aa fi hojii raawwachiisaa dhaabbata dhiyeessaa tajaajila Loojistikii Duubaay Diippii Warlid Sulxaan Ahimad Biin Suulaayeem waliin Dubaayitti marii bu’a qabeessa gaggeessuu ibsan.

Fuulduratti damee loojistikiin dhaabbaticha waliin adeemsota waliin hojjechuun danda’amurratti mari’achuu fi deeggarsa cimsuuf walii galuu  ergaa gama Twiitara isaaniin dabarsaniin eeraniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment