Dhaabbanni ‘VSF Sweez’jedhamu Horsiisee bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 109 deeggarsa taasise

Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC) – Dhaabbanni miti mootummaa ‘VSF Sweez’jedhamu Horsiisee bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 109 deeggarsa taasiiseera.

Hawaasa Aanaalee Mooyyalee, Miyoo, Dirree fi Dubuluqitti bara darbe hongeen miidhaman deebisanii dhaabuuf kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 109 gumaachuu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment