Dhaabbanni Raashiyaa “X5” oomisha abaaboo Ityoophiyaa bituufi

Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – “X5” oomisha abaaboo Ityoophiyaadhaa gara Raashiyaatti erguufi.

Dhaabbanni Raashiyaa oomisha nyaataa gurguruun beekamu “X5”, oomisha abaaboo Ityoophiyaadhaa gara Mooskoow erguufi.

Dhaabbatichi karaa RVI oomishicha gara Mooskoow kan ergisiisu.

Oomishti ergamu kan Afriiflooraati.

Oomishaaleen abaaboo sadarkaa isaanii eeggatan kanneen Paayterookaa fi Peereekreestook magaalaa Mooskootti gabaadhaf dhiyaatu.

Dhaabbanni Raashiyaa kun abaaboo Ityoophiyaadhaa gara Mooskootti erguudhan kan jalqabaa ta’a jedhameera.

Maddi; https://www.esmmagazine.com

Comments (0)
Add Comment