Dhaabbanni ‘Meta’ hoggantoota Inistitiyuutii Artifiishaal Intalajansiif leenjii kenne

Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Dhaabbanni ‘Meta’ fayyadama teeknooloojii Artifiishaal Intalajansii irratti muuxannoo horateen hoggantoota Inistitiyuutii Artifiishaal Intalajansii Itiyoophiyaaf leenjii kenne.

Leenjicha dhaabbatichi ‘Facebook’, ‘WhatsUp’, ‘Instagram’, fayyadamuun muuxanno horate inistitiyuutichaaf qooduu fi waloon hojjechuuf kan dandeessisuudha jedhameera.

Dhaabbatichi ogeeyyii damichaan beekumsa horataniin leenjicha kennuu ragaan inistitiyuuticharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuuk:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment