Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Dhaabbanni deeggarsa idil addunyaa Samaaritaans Paars jedhamu Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee fayyaa taasiseera.
Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan buufata Xiyyaaraa Boolee Idil Addunyaatti argamun deeggarsicha fuudhaniiru.
Deeggarsichi dhaabbilee fayyaa sababa waraanaatin miidhamaan gara hojiitti galchuuf oolaa jedhameera.
Maddi:-TOI
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.