Dhaabbanni “Imagine One Day International” Godina Gujiitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa taasise

Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Dhaabbanni “Imagine One Day International” Godina Gujii aanaa Liibanitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiseera.

Dhaabbatichi deeggarsa uffata halkanii, firaashii fi huccuu daa’immanii taasiseera.

Deeggarsichis Birrii miiliyoona 1 olitti kan tilmaamamu ta’uu ragaan kominikeeshinii aanaa Liiban irra argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment