Dhaabbanni gargaarsaa Giloobaal Aliyaans mana barumsaa sadarkaa 1ffaa Loogiyaa baba’lisuufi deeggarsa taasise

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Dhaabbanni gargaarsaa Giloobaal Aliyaansi jedhamu baasii Birrii miiliyoona 10niin Naannoo Affaarritti mana barumsaa sadarkaa 1ffaa Loogiyaa baba’lisuufi jedhame.

Dhaabbatichis hojii bab’lisuu kanaaf baasii Birrii miiliyoona 10 ramaduun,guyyaa kaleessa dhakaa bu’uura kaahuu himameera.

Mana barumsichaatti daree tokko keessatti barattoota 120 baratus jedhameera.

Rakkoo kana hiikuufis hojii baba’lina kanaan dhiphina kutaa bulchiinsa,hanqina daree barnootaa fi mana fincaanii manni barumsichi qabu ijaarsi isa yoo xumuramee ni furas jedhameera.

Maddi:-TOI

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment