Dhaabbanni gargaarsa idil addunyaa Ameerikaa meeshaalee qorannoo vaayrasii koroonaaf olan Ityoophiyaaf taasise

Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC)- Dhaabbanni gargaarsa idil addunyaa (USAID) meeshaalee qorannoo vaayrasii koroonaaf oluu Ityoophiyaaf taasiseera.

Deeggarsichi dandeetti Ityoophiyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasiftu deeggaru akka gargaruu dhabbatichi fulaa Twiitara isaarratti beeksiseera.

Deeggarsi meeshaaleen qorannoo fi laabiraatoorii Finfinnee dabalatee naannoolee weerarichi itti hammateetti ni faayyada jedhameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment